Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:49 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

49 ዳንኤል ሞትቸ ከዸናን ሞትች ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ቡልችቶተ ብየ ባብሎን ጎዼ ሙዴ። ዳንኤል ገሩ መነ ሞትቻ ኬሰት ሀፌ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

49 Daani'el immoo mooticha gaafatee, Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo hojii kutaa biyyaa isa Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabachiise; ofii isaatii garuu hojii biyya bulchuu adeemsisuudhaaf mana mootichaa keessatti hafe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

49 Daaniʼel mooticha kadhannaan mootichi Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo bulchitoota biyya Baabilon godhee muude. Daaniʼel garuu mana mootichaa keessatti hafe.

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:49

Follow us:

Advertisements


Advertisements