Daaniʼel 2:48 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ48 ኤርገሲ ሞትች ዳንኤሊፍ ታይታ ጉዳ ኬኔ፣ ኬና አከ መሌ ባይኤስ እት ዸንገላሴ። ቡልቻ ጉቱማ ኩታሌ ብያ ባብሎን እሰ ጎዼ ነሞተ ባብሎን ሁንደረት እሰ ሙዴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo48 Kana booddee mootichi Daani'elin nama guddaa godhee, kennaa gurguddaa baay'ees in kenneef; kutaa biyyaa isa Baabilon jedhamuu irratti bulchaa biyyaa isa godhe, beektota Baabilon hundumaa gara irraas isa in kaa'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa48 Ergasii mootichi Daaniʼeliif taayitaa guddaa kennee, kennaa akka malee baayʼees itti dhangalaase. Bulchaa guutummaa kutaalee biyyaa Baabilon isa godhee namoota Baabilon hunda irratti isa muude. See the chapter |