Daaniʼel 2:47 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “አት ዾክሳ ከነ ሙልእሱ ደንዴሴርታቲ ዹጉማን ዋቅንኬ ዋቀ ዋቆታቲፊ ጎፍታ ሞቶታ ከን ዾክሳ ሙልእሱዸ” ጄዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 mootichis Daani'eliin,<<Erga ati dhoksaa kana mul'isuu dandeesse,<<Waaqayyo keessan dhuguma waaqayyolii irratti Waaqayyoo dha, mootota irrattis gooftaa dha, wanta dhokataa hundumaas isa mul'isuu dha?>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Mootichis Daaniʼeliin, “Ati dhoksaa kana mulʼisuu dandeesseertaatii dhugumaan Waaqni kee Waaqa waaqotaatii fi Gooftaa moototaa kan dhoksaa mulʼisuu dha” jedhe. See the chapter |