Daaniʼel 2:46 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ46 ኔቡከድኔዘር ሞትች አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ዳንኤሊፍ ሰገዴ፤ ኡልፍነስ ኬኔፍ፤ አከ ኣርሳፊ እጣነ እሳፍ ዽኤሰንስ አጀጄ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo46 Yommus Nebukadnezaar mootichi adda isaatiin gad gombifamee Daani'eliif sagade; ka'ees aarsaanii fi ixaanni akka isaaf dhi'eeffamuuf in abboome*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa46 Nebukadnezar mootichi addaan lafatti gombifamee Daaniʼeliif sagade; ulfinas kenneef; akka aarsaa fi ixaana isaaf dhiʼeessanis ajaje. See the chapter |