Daaniʼel 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከነረት ወር ኡርጂ እላለን ሱን አፋን አራማይኪቲን ሞትቻን፣ “ያ ሞቲ፣ በረ በራን ጅራዹ! አብጁኬ ተጃጅልቶተኬት ህም፤ ኑ ሲፍ ሂክና” ጄዸኒ ሞትቻፍ ዴብሰን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yommus Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman afaan Aaramiitiin, mootichaan,<<Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Abjuu kee nu garboota keetti himi, nuyi immoo hiikaa isaa sitti in beeksifnaa!>> jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kana irratti warri urjii ilaalan sun afaan Araamaayikiitiin mootichaan, “Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Abjuu kee tajaajiltoota keetti himi; nu siif hiiknaa” jedhanii mootichaaf deebisan. See the chapter |