Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:37 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

37 ያ ሞቲ፣ አት ሞቲ ሞቶታት። ዋቅን ሰሚ ሞቱማፊ ሁምነ፣ ጀብናፊ ኡልፍነ ሲፍ ኬኔረ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

37 yaa mootii, ati mootota warra kaan irratti mootii dha, Waaqayyo inni waaqa irraa mootummaa, humna, jabina, ulfinas siif in kenne*;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

37 Yaa mootii, ati mootii moototaa ti. Waaqni samii mootummaa fi humna, jabinaa fi ulfina siif kenneera;

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:37

Follow us:

Advertisements


Advertisements