Daaniʼel 2:35 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ኤርገሲ ስቢል፣ ሱጴን፣ ናሲን፣ ሜቲፊ ወርቄን ሱን ዬሩመ ቶኮት ጨጨበኒ አኩመ ሀበቂ ዬሮ ቦና ኦብዲረ ጅሩ ተአን። ቡቤንስ ኡቱ ዋን ቶኮሌ ህንሀምብስን ሀሬ ዴሜ። ዸጋን ፈኪ ሰነ ጨጨብሴ ሱን ገሩ ቱሉ ጉዳ ተኤ ለፈ ሁንደ ጉቴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Achumaan sibiilichi, suphichi, sibiilichi diimtichi, meetichi, warqichis caccabee hurraa'ee, akka habaqii bonaa isa lafa oobdii midhaanii ta'e; hurraan isaa tokko illee akka hin hafnettis qilleensi isa fudhatee sokke; dhagichi inni fakkeenyicha rukute garuu tulluu guddaa ta'ee biyya lafaa guute. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Ergasii sibiilli, supheen, naasiin, meetii fi warqeen sun yeruma tokkotti caccabanii akkuma habaqii yeroo bonaa oobdii irra jiruu taʼan. Bubbeenis utuu waan tokko illee hin hambisin haree deeme. Dhagaan fakkii sana caccabse sun garuu tulluu guddaa taʼee lafa hunda guute. See the chapter |