Daaniʼel 2:34 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 ኡቱመ አት እላላ ጅርቱ ዸጋን ቶኮ ኡቱ ሀርክ ነማ ህንቱቅን ፎቶቄ። እንስ ሚለ ፈኪ ሰና ከን ስቢላፊ ሱጴራ ሆጄተሜ ዸኤ ጨጨብሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Utuma ati ilaaltuu, dhagaan utuu harki namaa itti hin bu'in fottoqee dhufee, jilba fakkeenyichaa gad isa sibiilaa fi suphee sana rukute caccabse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Utuma ati ilaalaa jirtuu dhagaan tokko utuu harki namaa hin tuqin fottoqe. Innis miilla fakkii sanaa kan sibiilaa fi suphee irraa hojjetame dhaʼee caccabse. See the chapter |