Daaniʼel 2:33 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ሚልሳ ስቢለራ፣ ፋንሳ ገርቶኮ ስቢለራ፣ ገርቶኮሞ ሱጴራ ሆጄተሜ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 gudeedni isaa sibiila irraa, jilbii isaatii gad gar-tokko sibiila irraa gar kaan immoo suphee irraa kan hojjetame ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 miilli isaa sibiila irraa, faanni isaa gartokko sibiila irraa, gartokko immoo suphee irraa hojjetame. See the chapter |