Daaniʼel 2:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 መታን ፈኪ ሰናስ ወርቄ ቁልቁሉራ፣ ቆማፊ እሬንሳ ሜቲራ፣ ገራፊ ተፍንሳ ናሲራ ሆጄተመን፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 mataan fakkeenyichaa warqee ba'eessa isaa irraa, qomni isaa fi harki isaa lamaan meetii irraa, garaan isaa fi mudhiin isaa sibiila diimaa irraa, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Mataan fakkii sanaas warqee qulqulluu irraa, qomaa fi irreen isaa meetii irraa, garaa fi tafni isaa naasii irraa hojjetaman; See the chapter |