Daaniʼel 2:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 “ያ ሞቲ፣ አት ንእላልቴ፤ ፉለኬ ዱረስ ፈኪ ጉዳ ጄቹንስ ፈኪ አከ መሌ ጉዳ፣ ብፈ ጨለቅሳፊ ሶዳችሳ ቶኮቱ ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 <<Yaa mootii, ati abjuudhaan fakkeenya bifa nama guddaa tokkoo argite; fakkeenyi bifichaa ol dheeraa, baay'ee calaqqisaa, ilaaluun isaas sodaachisaa ture; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 “Yaa mootii, ati ni ilaalte; fuula kee duras fakkii guddaa jechuunis fakkii akka malee guddaa, bifa calaqqisaa fi sodaachisaa tokkotu ture. See the chapter |