Daaniʼel 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሞትችስ፣ “አን አብጁ ነ ዽጵሴ ቶኮ ነንአብጆዼ፤ ሂካ አብጁ ሰና ማል አከ ተኤ ቤኩ ነንበርባደ” ጄዼን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 mootichi,<<Ani abjuu tokko nan abju'adhe, abjuu sana beekuudhaaf yaadni koo baay'ee in raafame>> jedheen*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 mootichis, “Ani abjuu na dhiphise tokko nan abjoodhe; hiikkaa abjuu sanaa maal akka taʼe beekuu nan barbaada” jedheen. See the chapter |