Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 “ያ ሞትቸ ኡቱ አት ጪፍቴ ጅርቱ ወን ገረ ፉለ ዱራት ተኡፍ ጅሩ ያደኬት ዹፌ፤ እን እጪቲ ሙልእሱስ ዋን ፉለ ዱረት ተኡ ስት አርግሲሴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 <<Yaa mootii, ati siree kee irra utuu ciiftuu waa'ee wanta kana booddee ta'uuf jiru yaadni sitti in dhufe, ati immoo itti in yaadde; inni wanta dhokatanii jiran mul'isus, wanta ta'uuf jiru sitti in beeksise.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 “Yaa mooticha utuu ati ciiftee jirtuu wanni gara fuula duraatti taʼuuf jiru yaada keetti dhufe; inni icciitii mulʼisus waan fuula duratti taʼu sitti argisiise.

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:29

Follow us:

Advertisements


Advertisements