Daaniʼel 2:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ዳንኤልስ ዴብሴ አከነ ጄዼ፤ “ነምን ኦጌስ ከምዩ፣ ሞርቱን፣ ቶልችቱን ዮካን እላልቱን እጪቲ ዋን ሞትች ጋፈቴ ሰና እብሱ ደንደኡ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Daani'el immoo deebisee,<<Dhoksaa mootichi gaafate kana, ogeessonni,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri ayyaana hedan, warri urjii ilaalanii namaaf himanis danda'anii mootiitti hin beeksisan; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Daaniʼelis deebisee akkana jedhe; “Namni ogeessi kam iyyuu, mortuun, tolchituun yookaan ilaaltuun icciitii waan mootichi gaafate sanaa ibsuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru; See the chapter |