Daaniʼel 2:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ዳንኤልስ አርዮክ እሰ ሞትች አከ እን ኦጌዪ ባብሎን አጄሱፍ አጀጄ ሰነ ብረ ዴሜ፣ “አት ኦጌዪ ባብሎን ህንአጄስን። ሞትቸ ብረት ነ ጌስ፤ አን አብጁሳ ነንሂካፍ” ጄዼን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Ergasii Daani'el Ariiyok isa mootichi beektota Baabilon akka balleessuuf ajaje biratti ol galee, itti dhi'aatees,<<Beektota Baabilon hin balleessin, gara mootichaatti ol na galchi, ani immoo hiikaa abjuu isaa mootichatti nan hima!>> jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Daaniʼelis Ariyook isa mootichi akka inni ogeeyyii Baabilon ajjeesuuf ajaje sana bira deemee, “Ati ogeeyyii Baabilon hin ajjeesin. Mooticha biratti na geessi; ani abjuu isaa nan hiikaaf” jedheen. See the chapter |