Daaniʼel 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ወን ሞትች ጋፈቴ አከ መሌ ረክሳዸ። ዋቆተ መሌ ነምን ቶኮዩ ዋን ከነ ሞትቻፍ እብሱ ህንደንደኡ፤ እሳንሞ ነሞተ ግዱ ህንጅራተን።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Dubbiin mootichi gaafate rakkisaa dha, waaqayyolii warra iddoon jireenya isaanii warra foon uffate keessa hin ta'in malee, namni tokko illee kana mootichatti beeksisuu hin danda'u>> jedhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Wanni mootichi gaafate akka malee rakkisaa dha. Waaqota malee namni tokko iyyuu waan kana mootichaaf ibsuu hin dandaʼu; isaan immoo namoota gidduu hin jiraatan.” See the chapter |