Daaniʼel 2:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኔቡከድኔዘር በረ ሞቱማሳ ኬሰ፣ ወጋ ለመፋት አብጁ አብጆቴ፤ ሀፉርሳ ጄቀሜ ህርበስ ረፉ ደዸቤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Bara mootummaa Nebukadnezaar waggaa lammaffaatti, mootichi ofii isaatii abjuu abju'ate; kana irratti yaadni isaa baay'ee waan raafameef, hirribni isa irraa in bade. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Nebukadnezar bara mootummaa isaa keessa, waggaa lammaffaatti abjuu abjoote; hafuurri isaa jeeqamee hirribas rafuu dadhabe. See the chapter |