Daaniʼel 12:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ አከነ ጄዼ ዴብሴ። “ያ ዳንኤል፣ ሰበቢ ሀመ በረ ዹማት ዱቢን ሱን ቻፓን ቻፔፈሜፍ አት ከራኬ ቀበዹ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus inni deebisee,<<Dubbichi hamma bara isa dhumaa sanatti cufamee waan malatteeffameef, ati karaa kee dhaqi, yaa Daani'el! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis akkana jedhee deebise. “Yaa Daaniʼel, sababii hamma bara dhumaatti dubbiin sun chaappaan chaappeffameef ati karaa kee qabadhu. See the chapter |