Daaniʼel 12:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን ዳንኤል ነንእላሌ፤ ኩኖ ፉለኮ ዱረ ነሞትን ብራ ለመ ዸዻበተኒ ቱረን፤ ቶኮ ቀርቀረ ለጋ ገመናን፣ እን ለመፋንሞ ቀርቀረ ለጋ ገመሲን ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ani Daani'el ilaalee, ergamoota biraa lama immoo, inni tokko hidhii lagaa gamana, inni kaanis hidhii lagichaa gama keessa utuu dhaabatanii nan arge. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani Daaniʼel nan ilaale; kunoo fuula koo dura namoonni biraa lama dhadhaabatanii turan; tokko qarqara lagaa gamanaan, inni lammaffaan immoo qarqara lagaa gamasiin ture. See the chapter |