Daaniʼel 12:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “አት ገሩ ሀመ ዹማት ከራኬ ቀበዹ። አት ንቦቆተ፤ ዹመ በሮታትስ ዻለኬ ከን ሲፍ ቆደሜ ፉዸቹፍ ንካተ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ati garuu hamma dhuma jireenya keetti dhaqi! In boqottas, guyyaa isa dhumaa sanattis kaatee in dhaabatta, ga'aa kees in argatta!>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Ati garuu hamma dhumaatti karaa kee qabadhu. Ati ni boqotta; dhuma barootaattis dhaala kee kan siif qoodame fudhachuuf ni kaata.” See the chapter |