Daaniʼel 11:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ሞቲን ክባ ንጀባተ፤ አጀጆተ ሎልቶተሳ ኬሳ ቶኮ ገሩ እሰ ጫላዩ ጀባቴ ሁምነ ጉዳዻን ሞቱማ ሰነ ቡልቸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 <<Mootiin biyya gara mirgaa in jabaata; garuu gurguddoota loltuu isaa keessaa inni tokko isa caalaa in jabaata, in mo'as, mootummaan isaas mootummaa guddaa in ta'a. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Mootiin Kibbaa ni jabaata; ajajjoota loltoota isaa keessaa tokko garuu isa caalaa iyyuu jabaatee humna guddaadhaan mootummaa sana bulcha. See the chapter |