Daaniʼel 11:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 “ዬሮ ሙርቴፈሜትስ ዴብኤ ክበ ዌረረ፤ ዬሮ ከነት ገሩ ሃልሳ ከን ዱራ ሰናን አደ ተአ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 <<Mootichi yeroo ofii isaatii muretti deebi'ee biyya gara mirgaa sanatti in dhufa; alana garuu akka isa yeroo duraa hin ta'uuf. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 “Yeroo murteeffamettis deebiʼee Kibba weerara; yeroo kanatti garuu haalli isaa kan duraa sanaan adda taʼa. See the chapter |