Daaniʼel 11:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ወር ማዲ ሞትቻራ ኛቻ ቱረን እሰ በሌሱ ያሉ፤ ሎልቶትንሳ ንበርበዳኡ፤ ባይኤንሳኒስ ወራነ ኬሰት ዹሙ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Warri isaa wajjin nyaata ba'eessa nyaatan iyyuu isa in balleessu; loltuun isaa in haxaa'amu, baay'een isaaniis waraanamanii in kukkufu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Warri maaddii mootichaa irraa nyaachaa turan isa balleessuu yaalu; loltoonni isaa ni barbadaaʼu; baayʼeen isaaniis waraana keessatti dhumu. See the chapter |