Daaniʼel 10:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከነረት አን ኡቱ እን ዱበቱ ነንዸገኤ፤ አን አኩመን እሰ ዸገኤን አደኮቲን ለፈት ጎምብፈሜ ህርብን ጭማን ነ ቀቤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus sagalee dubbii isaa nan dhaga'e; yeroon sagalee dubbii isaa dhaga'es ani hojjaa kootiin kufee, adda kootiin gad gombifamee, akka nama rafee of wallaalee nan ta'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kana irratti ani utuu inni dubbatuu nan dhagaʼe; ani akkuman isa dhagaʼeen adda kootiin lafatti gombifamee hirribni cimaan na qabe. See the chapter |