Daaniʼel 10:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ አን ሙልአተ ጉዳ ከነ እላላን ኮጳት ሀፌ፤ ሁምነ ነንዸቤ፤ ፉልኮስ ንጌደረሜ፤ ነንላፌስ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kanaaf ani kophaa koo hafeen mul'ata guddaa kana arge, jabinni tokko illees na keessatti hin hafne; bifni koo hamma iddoodhaa badutti in geddarame, humni tokkos anaaf hin hafne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu ani mulʼata guddaa kana ilaalaan kophaatti hafe; humna nan dhabe; fuulli koos ni geeddarame; nan laafes. See the chapter |