Daaniʼel 10:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኦል እላሌ ነምቸ ወያ ቁንጬ ተልባራ ሆጄተሜ ኡፈቴ ሰበተ ወርቄ ኡፋዚ ቁልቁሉ ሙዺሳት ህዸቴ ቶኮ ፉለኮ ዱረት አርጌ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 yommus ani ol ilaalee, kunoo namicha uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee, mudhii isaas hidhata warqee biyya Ufaaziin hidhate tokko nan arge*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 ol ilaalee namicha wayyaa quncee talbaa irraa hojjetame uffatee sabbata warqee Uufaazii qulqulluu mudhii isaatti hidhate tokko fuula koo duratti arge. See the chapter |