Daaniʼel 10:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቡልቲ ድግደሚ አፉረፋ ጅአ ጀልቀባት አን ኡቱን ቀርቀረ ለገ ጉድቻ ለገ ጤግሮስረ ዻበዼ ጅሩ፣ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ji'a isa duraa guyyaa digdamii afuraffaatti ani laga Xeegros isa guddicha qarqara dhaabadheen ture; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Bultii digdamii afuraffaa jiʼa jalqabaatti ani utuun qarqara laga guddichaa Laga Xegroos irra dhaabadhee jiruu, See the chapter |