Daaniʼel 10:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኡቱመ እን ዋን ከነ ነት ዱበቻ ጅሩ አን መታ ገድ ቀበዼ ዋነን ዱበዹስ ዸቤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yeroo inni akkasitti dubbii kana anatti dubbatetti lafan ilaale, dubbachuus nan dadhabe; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Utuma inni waan kana natti dubbachaa jiruu ani mataa gad qabadhee waanan dubbadhus dhabe. See the chapter |