Daaniʼel 10:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኤርገሲ ገሩ ሀርክ ቶኮ ነ ቀቤ ኡቱ አን ሆለዹ ሀርካፊ ጅልበኮቲን ነ ዻቤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kunoos harki tokko ol na qabee, ani hollachaa harkaan lafa qabadhee jilba kootiin akkan jilbeenfadhu godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ergasii garuu harki tokko na qabee utuu ani holladhuu harkaa fi jilba kootiin na dhaabe. See the chapter |