Daaniʼel 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዮሙ ጉያን ሞትች አከ እሳን ገረሳት ዽኣተን ሙርቴሴ ገኤትስ፣ ቆንዳል ሀንገፍትች ፉለ ኔቡከድኔዘር ዱረት እሳን ዽኤሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Barri isaan itti haa dhi'aataniif mootichi mureef geenyaan, angafni hojjetoota warra xu'aashii Nebukadnezaaritti isaan dhi'eesse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yommuu guyyaan mootichi akka isaan gara isaatti dhiʼaatan murteesse gaʼettis, qondaalli hangaftichi fuula Nebukadnezar duratti isaan dhiʼeesse. See the chapter |