Asteer 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዬሮ ሰነት ጎሰ ቤንያም ኬሳ ነምች ይሁዳ እልም ያኢር፣ እልም ሽሜኢ፣ እልም ቂስ ከን ሞርዴካይ ጄዸሙ ቶኮ ሱሳ መጋላ ሙምቲ ኬሰ ጅራተ ቱሬ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Bara sana gosa Benyaamiin keessaa Yihudiin tokko Mordekaayi kan jedhamu ilmi Yaa'iir, ilmi Shiim'aayi, ilmi Qiish mana mootummaa mandara Susaan keessa ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yeroo sanatti gosa Beniyaam keessaa namichi Yihuudaa ilmi Yaaʼiir, ilmi Shimeʼii, ilmi Qiish kan Mordekaayi jedhamu tokko Suusaa magaalaa muummittii keessa jiraata ture; See the chapter |