Asteer 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አከ እሳን ኩታሌ ብያ ሞትቻ ሁንደ ኬሳ ዱበረን በበሬዶ ሁንደ ገረ ሱሳ መጋላ ጉዶ እዶ ዱበርቶትን ጅራተንት ፍደኒፍ ሞትች እት ጋፈተምቶተ ሃሙዱ፤ እሳንስ ሄጋይ ጡኣሺ ሞትቻ እት ጋፈተማ ዱበርቶተ ሰነ ጀለት ሃአጀጀመን፤ ዱበረን ሰናፍስ ኩኑንስ ሚዸግና ሃጎዸሙ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yaa mootii, hojjetoota kee keessaa namoota durboota mimmiidhagoo ilaalanii mana mootummaa mandara Susaan keessaatti, mana dubartootaatti walitti qaban guutummaa kutaa biyya mootummaa keetiitti fo'i! Durboonni kunis Hegaayi xu'aashicha isa dubartoota eegutti haa kennaman! Dibanni miidhagummaa isaaniitiif barbaachisus haa kennamuuf! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Akka isaan kutaalee biyyaa mootichaa hunda keessaa dubarran babbareedoo hunda gara Suusaa magaalaa guddoo iddoo dubartoonni jiraatanitti fidaniif mootichi itti gaafatamtoota haa muudu; isaanis Heegaayi xuʼaashii mootichaa itti gaafatamaa dubartoota sana jalatti haa ajajaman; dubarran sanaafis kunuunsi miidhaginaa haa godhamu. See the chapter |