Asteer 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዬሮ ሰነት አሀሽዌሮስ ሞትች፣ ሱሳ መጋላ ጉዶ ሰነ ኬሰ ቴሶ ሞቱማሳረ ታኤ ቡልቻ ቱሬ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 bara sanatti Ahashweros mootii ta'ee, teessoo mootummaa mandara Susaan keessa jiru irra in taa'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 yeroo sanatti Ahashweroos Mootichi, Suusaa magaalaa guddoo sana keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼee bulchaa ture; See the chapter |