Amoos 9:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዮ ዲኖትንሳኒ ቦጅአኒ እሳን ፉዸተን፣ አችት ጎራዴ እሳን ፍጡ እት ነንአጀጀ። “አን ዋን ጋሪዻፍ ኡቱ ህንተእን ዋን ሀማዻፍ እጀኮ እሳንረ ነንቡሰ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Booji'amanii diinota isaanii dura yoo oofaman iyyuu, achittis billaa isaanitti nan ajaja, innis isaan in ajjeesa; gaariidhaaf utuu hin ta'in, ija hamaadhaan isaan nan ilaala>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yoo diinonni isaanii boojiʼanii isaan fudhatan, achitti goraadee isaan fixxu itti nan ajaja. “Ani waan gaariidhaaf utuu hin taʼin waan hamaadhaaf ija koo isaan irra nan buusa.” See the chapter |