Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 “ሰበቢ ከናፍ ለፍት ክርክርቴ ነሞትን እሼ ኬሰ ጅራተን ሁንድ ህንቦአኒ? ጉቱማን ብየ ሰና አኩመ ለገ አበያ ኦል ከአ፤ እሼን አኩመ ለገ ግብጥ ኦል ደደርበተምቴ ልቅምፈምት።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Sababii kanaaf lafti hin raafamuu ree>> Warri isa keessa jiraatan hundinuus hin gaddanii ree>> Guutummaan biyyichaa akkuma laga Abbayyaa ol in ka'a, akka laga isa Gibxi keessa daddarbatamaa yaa'uus gad in gala>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 “Sababii kanaaf lafti kirkirtee namoonni ishee keessa jiraatan hundi hin booʼanii? Guutummaan biyya sanaa akkuma laga Abbayyaa ol kaʼa; isheen akkuma laga Gibxi ol dadarbatamtee liqimfamti.”

See the chapter Copy




Amoos 8:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements