Amoos 8:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ህዬዪ ሜቲዻን፣ ረከታሞ ኮጴ ሚለ ለማኒቲን ብተተኒ ግርዲስ ቀመዲ ወጅን ጉርጉረቱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Silaa ungulaallii midhaanii in gurgura; warra dadhaboo meetiidhaan, warra dhabanis gatii kophee baaqqee cimdii tokko irra jiruun in binna>> in jettu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 hiyyeeyyii meetiidhaan, rakkataa immoo kophee miilla lamaaniitiin bitattanii girdiis qamadii wajjin gurgurattu. See the chapter |