Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እስን ወር ረከቶተ ዽዺተኒ ህዬዪ ብየቲ በሌስተን ዋን ከነ ዸገኣ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Isin yaa namoota warra dhaban dhidhiittanii, warra gad qabamoos balleessitanii, mee kana dhaga'aa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Isin warri rakkattoota dhidhiittanii hiyyeeyyii biyyattii balleessitan waan kana dhagaʼaa;

See the chapter Copy




Amoos 8:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements