Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፤ “ጋፈስ ፋርፈትናን መነ ቁልቁሉማ ኬሳ ቦእቸት ጌደረመ። ሬፍ አከ መሌ ሄዱን ለፈ ሁንደት ገተመ! ጨልእሱንስ ንተአ!”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Guyyaa sanatti warri mana mootummaa keessaa weeddisan in boo'u, reeffi warra du'anii in baay'ata; calluma jedhaniis iddoo hundumaatti in gatu>> naan jedhe; Waaqayyo gooftaan akkas jedhee dubbateera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Gaafas faarfannaan mana qulqullummaa keessaa booʼichatti geeddarama. Reeffi akka malee hedduun lafa hundatti gatama! Calʼisuunis ni taʼa!”

See the chapter Copy




Amoos 8:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements