Amoos 8:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን ዱቢ ዋቀዮ በርባቸ ገላና ገረ ገላናት፣ ካባ ገረ በአ ቢፍቱት ንጆሩ፤ ገሩ ህንአርገተን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Isaan dubbii Waaqayyoo barbaaddachuudhaaf galaana isa gara tokkootii hamma galaana isa gara kaaniitti, gara bitaatii hamma ba'a-biiftuutti in tiratu; garuu argachuu hin danda'an*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni dubbii Waaqayyoo barbaacha galaanaa gara galaanaatti, kaabaa gara baʼa biiftuutti ni jooru; garuu hin argatan. See the chapter |