Amoos 7:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እን ዋን ከነ ነ አርግሲሴ፦ ጎፍታን ቱምቢ ሀርከት ቀበቴ ደላ ቱምቢዻን እጃረሜ ብረ ዻበቻ ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo waan tokko immoo mul'ataan anatti argisiiseera; kunoo, gooftichi fo'aa tumbii isa ittiin masaraa qajeelchanii ijaaran harkatti qabatee, masaraa akkasitti ijaarame irra in dhaabata ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Inni waan kana na argisiise: Gooftaan tumbii harkatti qabatee dallaa tumbiidhaan ijaarame bira dhaabachaa ture. See the chapter |