Online Bible

- Advertisements -




Amoos 7:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ከነረት አን፣ “ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አን ስን ከዸዻ፣ ዋን ከነ ኑራ ዻብ! ያቆብ አከሚን ዋን ከነራ ሀፈ? እን ዳእመ ጥናዸ!” ጄዼን እዬ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Kana irratti,<<Yaa Waaqayyo gooftaa, Yaaqoob ilma xinnaa waan ta'eef, attamitti kana dura dhaabachuu danda'a ree>> Ati wanta kana irraa ittisi!>> nan jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Kana irratti ani, “Yaa Waaqayyo Gooftaa, ani sin kadhadhaa, waan kana nurraa dhaabi! Yaaqoob akkamiin waan kana irraa hafa? Inni daaʼima xinnaa dha!” jedheen iyye.

See the chapter Copy




Amoos 7:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements