Amoos 7:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አንስ ኤርገ ሀዋንስን ሱን ለፈ በርበዴሴ ቦዴ፣ “ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ ኑፍ አራረም! ያቆብ አከሚን ደንደኤ በዲሰራ ሀፈ? እን ዳእመ ጥናዸ!” ጄዼን እዬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Hawaannisichi biqila lafaa nyaatee fixuuf jennaan, <<Yaa Waaqayyo gooftaa ko, Yaaqoob ilma xinnaa waan ta'eef, attamitti kana dura dhaabachuu danda'a ree>> Ati dhiisiif!>> nan jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Anis erga hawwaannisni sun lafa barbadeessee booddee, “Yaa Waaqayyo Gooftaa, nuuf araarami! Yaaqoob akkamiin dandaʼee badiisa irraa hafa? Inni daaʼima xinnaa dha!” jedheen iyye. See the chapter |