Amoos 7:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዋቀዮ ገሩ ትከ ቡሻዬ ኬሳ ነ ፉዼ፣ ‘ዸቂ ሰበኮ እስራኤልት ራጂ ዱበዹ’ ናን ጄዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Waaqayyo garuu horii ani tiksu biraa na fudhatee, <<Dhaqii saba koo Israa'elitti raajii dubbadhu!>> naan jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Waaqayyo garuu tika bushaayee keessaa na fuudhee, ‘Dhaqii saba koo Israaʼelitti raajii dubbadhu’ naan jedhe. See the chapter |