Amoos 6:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ሰገሌ በገናቲን ዌዱ ፋይዳ ህንቀብኔ ዌድፍቱ፤ አኩመ ዳዊትስ ሜሻ ሙዚቃ ቀቀጄልፈቱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin sagalee maseenqootiin waan waa'ee hin baafne in weeddiftu, Daawitin fakkaachuufis mi'a ittiin weeddisan in baaftu; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin sagalee baganaatiin weedduu faayidaa hin qabne weeddiftu; akkuma Daawitis meeshaa muuziiqaa qaqqajeelfattu. See the chapter |