Online Bible

- Advertisements -




Amoos 6:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ገረ ካልኔት ደርባቲ እላላ፤ አቺ ከኣቲ ገረ ሀማት ጉድቻ ዸቃ፤ ኤርገሲሞ ጋት ፍልስጤም ኬሳት ገድ ቡኣ። እሳን ሞቱሞተኬሰን ለማን ጫሉ? ብይሳኒ ብየኬሰን ጫላ በልአታ?

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Darbaa mandara Kaalnee ilaalaa! Achii immoo gara mandara Haamaat ishee guddittii dhaqaa! gara mandara biyya Filiisxiyaa gara Gaatitti gad bu'aa; isaan mootummoota warra kan keessanii irra in wayyuu ree>> Yookiis biyyi isaanii biyya keessan irra in bal'ataa ree*>>

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Gara Kaalneetti darbaatii ilaalaa; achii kaʼaatii gara Hamaati guddichaa dhaqaa; ergasii immoo Gaati Filisxeem keessaatti gad buʼaa. Isaan mootummoota keessan lamaan caaluu? Biyyi isaanii biyya keessan caalaa balʼataa?

See the chapter Copy




Amoos 6:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements