Amoos 5:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮን በርባደዻቲ ጅራዻ፤ ዮ ከና አቺ እን አኩመ እብዳ መነ ዮሴፍ ኬሰ በኤ ሀጣኣ፤ እብድ ሱን እሼ ጉበ፤ ቤትኤልስ ነመ እራ ዻምሱ ቶኮዩ ህንቀባቱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Egaa Waaqayyoon barbaaddadhaa, jiraadhaas! Kanaa'achi inni akka ibiddaatti mana Yoseef irra in bu'a, xaph in godhas; Bet'el irraa kan dhaamsus hin argamu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyoon barbaaddadhaatii jiraadhaa; yoo kanaa achii inni akkuma ibiddaa mana Yoosef keessa baʼee haxaaʼaa; ibiddi sun ishee guba; Beetʼeelis nama irraa dhaamsu tokko iyyuu hin qabaattu. See the chapter |