Amoos 5:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ቤትኤልን ህንበርባደትና፤ ግልጋል ህንዸቅና፤ ቤርሼባትስ ህንጬእና። ግልጋል ዹጉማን ንቦጅአምት፤ ቤትኤልስ ንዸበምት።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Iddoo sagadaaf beekaman Bet'elin hin barbaadinaa! Giilgalin hin dhaqinaa! Bersheebaattis hin ce'inaa! Warri Giilgal boojuutti in galu, Bet'el gad deebitee wanta waa'ee hin baafne in taati>> jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Beetʼeelin hin barbaaddatinaa; Gilgaal hin dhaqinaa; Bersheebaattis hin ceʼinaa. Gilgaal dhugumaan ni boojiʼamti; Beetʼeelis ni dhabamti.” See the chapter |