Amoos 5:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ገሩ ሙርቲን ቀጄላን አኩመ ለጋ፣ ቀጄሉማንስ አኩመ ቡርቃ ህንጎግኔ ሃያኡ! See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Qooda kanaa bulchi qajeelaan akka bishaaniitti, qajeelummaanis akka laga yeroo hundumaa yaa'uutti haa burqu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Garuu murtiin qajeelaan akkuma lagaa, qajeelummaanis akkuma burqaa hin gognee haa yaaʼu! See the chapter |