Amoos 5:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ወጨ ፋርፈትናኬሰኒ አሲ በሌሳ! አን ሙዚቃ በገናኬሰኒ ህንዸጌፈዹ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Iyya faarfannaa keessanii ana irraa fageessaa! Sagalee maseenqoo keessaniis ani dhaga'uu hin barbaadu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Waca faarfannaa keessanii asii balleessaa! Ani muuziiqaa baganaa keessanii hin dhaggeeffadhu. See the chapter |