Amoos 5:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ዱርብ ቁልቁልቲን እስራኤል ኩፍቴርት፤ እሼን ለመተ ህንካቱ፤ ብዩመሼ ኬሰት ገተምቴ ነመ ኦል እሼ ቀቡ ቶኮሌ ዸብዴ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Israa'el isheen akka durbaa lafa dhoofteetti, deebitees hin kaatu; biyya ofii ishee keessatti kuftee ciifti, kan ishee kaasus hin jiru. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Durbi qulqullittiin Israaʼel kufteerti; isheen lammata hin kaatu; biyyuma ishee keessatti gatamtee nama ol ishee qabu tokko illee dhabde.” See the chapter |